Kitaaba Seenaa Oromoo Hanga Jaarraa 16 Ffaa Pdf

broken image
broken image

Oromoo Saba 'Pastoralist/nomadic' fi 'semi-agriculturalist' jedhaman keessaa akka dhufe amanama.

broken image

Qo'annoon jiru akka ibsutti Oromoon ganna kumaa ol Afrikaa Bahaa keessa akka jiraate amanama (Prouty at al, 1981). Akkaataan lafa, aadaa fi afaan isaa Oromoo Afrikaa keessa dabre immoo addunyaa keessatti akka beekamtu isa godheera. Gaanfa Afrikaa keessa Oromoon saba kushii dubbatu guddicha dha.

broken image

Ummatni Oromoo kaabaan hanga Tigraay, kibbaan hanga Keeniyaa faffaca'ee argama. Ummatni Oromoo ummata afaan kushi dubbatu kan bahaa fi kaaba baha Afrikaa keessatti argaman keessaa tokko dha.

broken image